Toepassing bilbila harkaa Bultii Islaamaa jedhu kana keessatti gorsaafi barumsa amantii islaamaa adda addaatu bifa sagaleetin dhiyaate.
✅ Bultii Islamaa
✅ Guddisa Ilmaanii
✅ Seera Dubartoota Muslimaa
✅ Tolina Diin Islamaa
✅ Dhaamsa Gaarii
✅ Barnoota Barbaachisaafi kanneen biroo hedduu of keessaa ni qaba. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisu isin haa taasisuu.
Opgedateer op
05 Feb. 2025