Dhimmi Oromoofi Muslimuta ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattutaafi gulaaltotaa baay’ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa، cubbuufi haqa adda baasu، kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta’ee beekaa irra utaaluudhaan uuman duuchuufi dhuga isaafataan. kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmuta garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.
تاريخ التحديث
21/08/2023