Hiibboo je ekvivalentní k Riddle v angličtině, skoro :) Hiibboo nebo Riddle je forma hádání, která byla součástí folklóru většiny kultur od starověku. Aplikace obsahuje několik otázek Hiibboo v jazyce Afan Oromo.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha fu isafuanii itti ture
Děkuji za stažení,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Etiopie
Datum aktualizace
15. 8. 2024