Hiibboo entspricht fast dem englischen Rätsel :) Hiibboo oder Rätsel ist eine Form des Ratespiels, das seit der Antike Teil der Folklore der meisten Kulturen ist. Die App enthält einige Hiibboo-Fragen in der Sprache Afan Oromo.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii Godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu.
Vielen Dank für das Herunterladen,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Äthiopien
Aktualisiert am
15.08.2024