HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

50 mil+
Descargas
Clasificación de contenido
PEGI 3
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla
Captura de pantalla

Acerca del juego

Hiibboo es equivalente a Riddle en inglés, casi :) Hiibboo o Riddle es una forma de juego de adivinanzas que ha sido parte del folclore de la mayoría de las culturas desde la antigüedad. La aplicación contiene algunas preguntas de Hiibboo en idioma afan oromo.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.

Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Gracias por descargar,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Etiopía
Última actualización
15 ago 2024

Seguridad de los datos

La seguridad empieza por entender cómo recogen y comparten tus datos los desarrolladores. Las prácticas de privacidad y seguridad de los datos pueden variar en función de tu uso de la aplicación, el territorio donde la uses y tu edad. El desarrollador ha proporcionado esta información y puede actualizarla con el tiempo.
No se comparten datos con terceros
Más información sobre cómo los desarrolladores declaran lo que comparten
No se recogen datos
Más información sobre cómo los desarrolladores declaran lo que recogen
Los datos están cifrados durante el tránsito
Puedes solicitar que se eliminen los datos