Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti diree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay’ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa, cubbuufi haqa adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta’ee beekaa irra utaaluudhaan uuman duuchuufi dhugaa isajeel jachugaan isaan jachugaan. kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmoota garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.
Última actualización
21 de ago. de 2023
Libros e obras de consulta