Hiibboo は英語の Riddle に相当します。ほとんど :) Hiibboo or Riddle は、古代からほとんどの文化の民間伝承の一部であった推測ゲームの一形態です。アプリには、アファン・オロモ語の Hiibboo の質問がいくつか含まれています。
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo。
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan Taa'aniiti.
Seerota Tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) Taphatamu ta'uu isaati。 Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。 Namni gaafatamu sunis Wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii Godha。 Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun、jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un Tapha fuani。
ダウンロードしていただきありがとうございます。
OROMNET ソフトウェアおよびアプリケーション開発 PLC、エチオピア、ネケムテ