Maqaaleen Rabbii keenya hundi babbareedoo fi amaloonni (sifaanni) Isaa hundii sifaata gugguutuu ta'aniidha ។ Namni kanniin hunda hubachu kan danda'u, maqaalee fi sifaata barachuuf yoo tattaafateedha ។
Imaamu ibn Al-Qayyim (rahimahullahu) ni jedha: "Karaa maqaalee fi sifaatatin gara Rabbii deemun dhimma ajaa'iba ta'eedha ។ Namni maqaalee fi sifaata Rabbii beeke, warroota garmalee ifaajan baay'ee dursa ។ Rakkoo guddaa osoo hin arginii fi biyya isaa keessaa osoo hin bahini fi hin raata'in [gammachuu barbaadu] argata ។
បានដំឡើងកំណែនៅ
24 តុលា 2023