Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay'ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa, cubbuufi haka adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta'ee beekaa irra utaaluudhaan uuman jehudhuiatai qaa. kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmoota garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.
Güncellenme tarihi
21 Ağu 2023