Hiibboo相当于英语中的Riddle :) Hiibboo或Riddle是一种猜谜游戏,自古以来一直是大多数文化民间传说的一部分。该应用程序包含一些阿凡·奥罗莫语言的Hiibboo问题。
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo。
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hiriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati。Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。Namni gaafatamu suniswantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii Godha。Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isanii it.
感谢您下载,
OROMNET软件和应用程序开发PLC,Nekemte,埃塞俄比亚